Gubirmans.com Michuu saa Iyyaasuu Guutaaf Gadda irra Jira
Iyyaasuu Guutaa sabboona fi michuu of kenne Gubirmansii. Miira shaggaa, nama nagaa, hafee fi waan itt komatamu hin qabnetu dhibame. Iyyaasuun Bitootessa 18,1979 Finfinneetti Baayisaa Guutaa fi Martaa Xaafa irraa dhalate. Akkoo saa garaa dhaa jaallatutu kunuunsaa qananiin guddise. Daa’imummaatt… Continue Reading