Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Yaada/Opinion

0

Oromiyaa Plight and Way Out

Posted on December 6, 2020 by bgutema

The Oromo understand Ethiopia as a neighbor. They have lived side by side from time immemorial. When both had only traditional arms, they used to have hit and run clashes, but no one was able to occupy another’s territory. However,… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

ABO DANDAMATE MALEE OROMOON FALA HIN QABU

Posted on November 3, 2020 by bgutema

Gididira Oromo guyyuu barreessuun kan hin tuqamin tokko tokko ni nuffisiisa ta’a. Garuu sabboonoti Oromoo fi demokratoti nagaa jaallatan hanga gidiraan sun badutt hooduu sana himuu dhaabuu hin qabanii. Sobi hedduun Oromo qabsoo saanii irraa dagachiisuu fi addunyaan akka hin… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

UNLESS OLF IS REVITALIZED THERE IS NO WAY OUT FOR OROMO

Posted on November 3, 2020 by bgutema

Writing about Oromo plight day in and day out may be boring to those who are not affected. But Oromo nationalists and peace-loving democrats should never stop telling that story until the predicament goes away. Many lies are being fabricated… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Oromiyaaf Qaceefixisi Guddaan Danfaa Jiraa

Posted on October 4, 2020 by bgutema

Ergamtooti hammeenyaa qacceefixisa saba Oromoo irratt foo’aa jiran yaada addunyaa dogoggorsuuf, jabaatanii hojjechaa jiru. Jabinaa fi shaffisaan sana fashalsuu irratt hojjechuun sabboonota Oromoo irraa eegama. Seenaa roga dhabsiisuu fi qophiin Oromiyaa qacceefixiisaan haddheessanii kan mootummaan Itophiyaa Oromoo irratt raawwataa jiru… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Grand Genocide is Brewing Against Oromiyaa

Posted on October 4, 2020 by bgutema

Perpetrators of genocide against the Oromo nation are working hard to mislead world public opinion. To counter is fast and vigorously is expected from Oromo nationalists. Distortion of history and ground preparation to accuse Oromiyaa for genocide and covering up… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Bilisummaan Amma hin Dhufne Yoomu hin Dhufu

Posted on August 25, 2020 by bgutema

Qaceefixxi mootummaa Itophiyaan Oromoo irratt si’ana raawwatamaa jiru Kaayyoon walabummaa Oromoo ganama kan yerosii caalaa amma barbaachisaa ta’ee jira. Hammam nagaa barbaaduun biyya keenya irratt qofa abbaa biyyaa ta’uu gaafannus, koloneeffataan tarkaafii gara bilisummaa fi walqixxummaatt tolchinu hankaaksuu yaaluu dhaabuu… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Bilisummaa Now or Never

Posted on August 25, 2020 by bgutema

The ongoing genocide by Ethiopian government on Oromo people makes Oromo earlier Kaayyoo of independence more relevant than it was then. However much we want peace demanding only to be sovereign over our country, the old colonizer didn’t stop sabotaging… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Egereen Keenya Ifaa akka ta’u Durii Keenya Deebinee Ilaaluu

Posted on August 10, 2020 by bgutema

Hiree keenya of harka galfachuuf oobdii bilisummaa irratt argaman. Qabsoo jalqabne fiixaan utuu hin baasin dacha’uuf jiila qabna. “Jiilee ba’ee udaan hudduutt hin deebi’u” jedhamaa. Goobanooti kanuma ofiifis sabaafis hin taane daandi injifannoo irraa nu maqsanii diina harka nubuusaa jiru.… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Reexamining Our Past to Brighten Our Future

Posted on August 10, 2020 by bgutema

We are on the threshold of Bilisummaa to grasp our destiny in our hands. We had our lessons not to turn back before taking the struggle we started to the finish. There is a saying, “The feces will never again… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

HAMILATA DEEBISANII KOLONEEFFACHUU DHAABAA

Posted on August 5, 2020 by bgutema

Murni Amaarinyaa dubbatu ummatoota kibba saanii jiran irratt deebisanii bulcha ofii diriirsuu yaaluun jaarraa kana keessa fudhatama hin qabu. Qabbanawummaa miira saaniitt anjaa fudhachuun dhuma obsaa fi namaa danda’a saaniitt dhiibaa jiru. Sun amma babbaqaqaa waan jiruuf shaffisaan dhaabbachuu baannaan… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt
  • Oromo’s Plight in the Changing World.
  • Nagaa fi Araarri Iddoosaa Hin Qabani

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes