Keessa Deebii Tooftaa

Akka sabaatt ijaaramnee humna eenyuu jala dhaabbachuu nu dandeessisu horachuu qabna. Akka Afrikaanotaatt tokkeessoo fedha tokko tokkoon keenya taliila irratt hundawe ummachuu dandeenya. Nu keesaa sabi yk abbaan akkamitt akka jiraannuu fi maal jedhamuu qabnu nu dirqisiisuu danda’u jiraachuu hin… Continue Reading

Taasisa Goobanaa

“Ormi waan jette haa jettuu, ana garaan nattii haa jettu” Oromoo gurguddaa keessaa, guddaan hundaa olii kan kaasaa saba ofii gane Goobana Daacceetii. Goobana Daaccee Waadee nama beekamaa Oromoo Abbichuu ture. Hariiroo inni mootota Shawaan qabu akaakayyuu saa irraa ka’a… Continue Reading

Tumsa Baraaramaa

Lolli kamuu kan akeeka walfakkaata qaban yoo walii tumsuu danda’an shaffisaa fi hobbaatii qabeessa ta’aa. Qabsoon malbulchaa sabboonota Oromo farra koloneeffata nafxanyaa Itophiyaa ta’e dhalachuuf sammuu dhiqaa jaarraa olii jala turanillee, miseensota dargaggoo/Qeerroo sammuu ofii akka Itophiyaatt yaaduu irraa bilisoomsaniin,… Continue Reading

0

Dhugaa Amaarummaa fi Itophiyaa

Empayerri Itophiyaa sirna nafxanyaa Amaaraan hogganamu irratt bu’uurfame. Itophiyaan maqaa biyyi mootii baddaa Habashaa of itt moggaasee, 1931 ifa gochuun “Abisiiniyaa” ofirraa gate.. Kana dhaadhessuu irratt imperiyalistooti qooda qabu. Akka biyya gurraachaatt kanneen Grikooti “Itophiyaa” ittiin jedhan keessa jiraachuu danda’u.… Continue Reading