Kumalo, Dagachisa Roorroo Mirga Ilmoo Nama
Bara 1980 ture kan sabbonoti Oromoo marfamanii qabamuun Masaraa Minilik guddichatt geeffaman. Masaraa Guddichi Galma Guddicha jilli moototaa fi muudammii fi qondaalomsi gargaraa itt tahan ture. Galmicha fuldura dhaabii konkolaataan gurguddoo ayyaanaaf dhufan dhabbatan dirree baldhaatu ture. Dhaabi konkolaataa sana… Continue Reading