“Akka Baran utuu hin ta’in Akka Baraatt jiratu”
Empayera Itiyoophiyaatt geedarama bu’uuraa yoo hin jedhamnellee geedarammii mallattaawaan gaggeeffamaa jira. Biyyi beekamaan Wala’ittaa jedhamu waggaa dhibba dura (1894) duultuu Habashaan barbadaawee, hogganoti saanii manca’anii, ummati saanii walakkaa ol du’aa fi garboomfamuun irra gahee ture. Kan garboomfaman raayyaa biyyoota biraatt… Continue Reading