0

Tokkummaan qabsoo Oromoo hunda dursa

Oromoon surraa, of ifsachuu, ofbulchuu barbaadu. Oromoon sagaleen saanii akka dhagahamu barbaadu. Oromoon moo’ummaa barbaadu. Olloota isaanii mo’ummaa ofii shakalachaa bilisummaan jiraatan waliin nagaan jiraachuu barbaadu (furan kiyya)                                                                                                        Holcomb (7/14/12) Qabsaawoti Oromoo yeroo jalqabaaf ijaaramanii gadi bahan kan kaasan… Continue Reading

0

Dandamata Kaayyoo

Bara hedduu fi marii ogummaa fi obsaa gaafateen sabboonota jabina ABOtt amanan gufuu duratt danqarame irra qaxamuranii wal hubannoo uumuu dandahaniiru. Sun jannummaa gita hin qabne. Kaayyoo daandii dandamataa irra buusuu fi dhaaba ofii deeffachuu saaniif qabsaawota ABO hundan  ishoo!“Yooyyaa!”… Continue Reading

0

Dhibama Malas

Seenaan ofirra naannofti jedhu. Du’i Minilik  waggaa torba duuba (1906) labsamuutu himama. Waggootii sana hunda gurguddoon Shawaa golgaa duubatt eenyuun buusuu fi eenyuun baasuu akka qaban wal sukkumaa turuutu himama. Akkasitt Iyyaasuu, Zawudiituu fi Tafarii qora caalaaf fulduratt fidani. Si’anaas… Continue Reading