Of duuba yoo laalan
Karaa giixirsaa qabsoon Oromoo keessa darbee as gahe yoo of duuba deebinee ilaalle hammam akka yeroon barrisu hubachu dandeenya. Hundi saa lafjala ija firaa fi hamaajaajii irra dhoffamee tolfame. Akeeki ture dhaabaa garbummaa, qaanii fi gadgalumaa jalaa nama baasu ijaaruu… Continue Reading