MOO’UMMAAN OROMIYAA HIN UGGAMUU
Oromiyaan kan Oromooti. Oromoon Saaraa gadi lammoota Afriikaa jiran keessaa dilorman 3ffaa yk 4ffaa dha. Biyya taadhii qonnaaf tolu; Qabeenya uumaa lafa irraa fi lafjalaan sooressa kan ta’ee dha. Laggeen hedduun darbanii halagaa obaasan qaba. Sirni gadaa jalaa jeeqame mirga… Continue Reading