ABOn diina ofitti damaqsaa jira
Yero ABOn waa falachuu jalqabu farri sochii saa akka alaa itti aggaamamu muxannoon hubatameera. Gocha Oromoo hobbaatii tolaa fidu hunda hankaaksuuf faallaan sochii hammi dandahamu hundi gad dhiifama. Dheheenya waa’een murnooti ABO dhaaba saanii dhinsuu fi jabeesuuf waliti dhufuu hedduu… Continue Reading