0

Oromummaa fi Dhaabota Bilisummaa

Waa’een Oromummaa, humna tochoosaa sochii bilisummaa ta’ee, beekotaa fi barreessootaan hedduun jedhameera. Oromummaan mullisa mararfannaa jaalbiyyuummaa  bilisummaa, nagaa fi walabummaa Oromiyaati. Innis jaalala biyyaa, ummataa, seenaa waloo surra qabeessa, aadaa, dudhaa, hoodaa, afaanii fi akaakilee tokkicha, qabaachuu irratt hundaawa. Sunis… Continue Reading

0

Akeldama Wayaaneee

Oromiyaan erga qabamte dhiigi keessatt hin bu’in guyyaan tokkoo darbee hin beeku. Kan kanaaf kaasaa ta’an mootummoota Itiyoophiyaa.kan dhiiga nama facaafatan malee bulchuu hin dandeenye. Oromoon ummata guddaa dacha kanneen isa qabatanii taha garuu danuu seenaatiin isaan jalatt kufe. Qabenyi… Continue Reading

0

Dhamsa Warrqsa Libya

Dumbbulshoo hundi gara lama qaba. “Warraqsi Warsha” akka itt salphaatt waa homishan uumuun akkaata jireenyaa jijjiire. Warraaqsa sanaan kan ka’e daldalli caalaatt baballachuun addunyaa hunda waliin gahe. Sun barbaachaa fi gabaa waan homishamanii caalaa argamsiise. Barbaachisummaan waan homishamanii fi gabaa… Continue Reading