Qabsoon Oromoo eessa geesse?
Dur bara ijoollumaa inna warra saaniif hurraa bu’anii yk horii tiksanii yk dirree keessa taphataa oolanii manatt deebi’an ijoolleen olla toora tokko galanii mataa saanii dugda kan isaan fulduraatt irkisuun harkaan mudhii saa qabatanii deemuu eegalu. Kan duraa hoogganu qofatu… Continue Reading