Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Author: bgutema

0

KAN DARBE UTUU DHALANDHALLUU AKKA HIN DAGAMNE

Posted on March 28, 2017 by bgutema

Oromummaan ilaalcha muuxataa jiraatu, gogaa dullacha luqqifatee isa haaraa jabeeffataa deemu. Warraaqaa waan taheef bakka tokkott kantaree kan hafu miti. Kana qabsoo qabsaawoti Oromoo hanaga yoonaa gaggeessan irraa hubachuun ni dandahama. Sochiin bilisummaa jaatamoota keessa eegale haaromee si’aayina caalaan itt… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Strengthening What We Have

Posted on March 1, 2017 by bgutema

Oromo youth from all corners of Oromiyaa and from all walks of life, surged forward in the 60s to find ways and means of bringing an end to occupation of Oromiyaa. Oromo protests were then going on in all corners… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The matter of Oromo Liberation

Posted on February 1, 2017 by bgutema

Seriousness of the Oromo in demanding for their independence has started to be felt by all that have interest in and hatred for independent Oromiyaa. As a result, scared internal and external forces are rushing to extinguish the fire of… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Dhimma Bilisummaa Oromoo

Posted on January 10, 2017 by bgutema

Oromoon walabummaa saanii gafachuun, kanneen fedhaa fi jibba Oromiyaa walabaa irraa qaban ququuquu eegalee jira. Kana irraa kan ka’e keessaa fi alaa sodaan kan itt bule ibidda birmadummaa kana dhaamsuuf hurrisaa jiru. Oromiyaa bilisoome jechuun carraa itt fufanii caalaa saamuu… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Reliving Gadaa Democracy

Posted on December 1, 2016 by bgutema

Introduction Oromo had Gadaa constitution for protection of civil rights and liberties when other civilizations were still fighting for them. Oromo Gadaa political history, culture and language started to wane after occupation and lost hope of continuity when they started… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Guyyaattii Bala’amtuu Sana, Onkololessa 18, 1986

Posted on October 1, 2016 by bgutema

Oromiyaa dhaa Birraa ture.Wanti halle Maa’ikalaawii, Jarmaa QorqoraaWaaltaa, kaaba Finfinneett argamutt tahe. Innaa ganama tokko, hidhamtooti mana fira baallamaan ilaalan duuba taa’anii caama qaqaammatu.Manichi gara kibbaatii qaawaa akka foddaa, karaa firri nyaata hidhamtootaa polisiitt kennan qaba. Jaal IsheetuunUlatuu, kan amma… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

That Fateful Day, October 18, 1986

Posted on October 1, 2016 by bgutema

It was Birraa season in Oromiyaa. It all happened in Maa’ikalaawii (Central) Investigation center in Northern Finfinnee. One morning hour, some prisoners were busting in the morning sunshine behind a building where prisoners meet their relative by appointment. The north… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Roles of Liberation Fronts in tiring out Ethiopian Empire

Posted on September 1, 2016 by bgutema

The Ethiopian empire was formed around one and half century ago when countries south of the Abyssinian kingdom were colonized by Habashaa feudal lords. It was at the same time when Europe colonized other countries of Africa. Then Europe had… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Labsa Eegee Seera Waraanaa Ijibbaataa Itophiyaa fi faara faana jiru

Posted on September 1, 2016 by bgutema

Haala hatattamaa jechuun, haala mootummaan yeroo murtaaweef jeequmsa uumaa haa tahu kan nammi uume too’achuuf seeraa iyyannoo hin qabne itt baasuun, mirga noolaa fi bilisooma ummataa rarraasuu jechuu dha. Empayerri Itophiyaa utuu seericha hin baasinuu seera ofii cabsuun qabeenyaa fi… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Oromo Political Tradition and Ending Aliens Fears

Posted on September 1, 2016 by bgutema

Oromo are a known big people made unknown. They started rising by their own effort despite several machinations and suppressions to keep them down. They were those that had been freely exploiting their labor and resources and sucking their blood… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • MOO’UMMAAN OROMIYAA HIN UGGAMUU
  • SOVEREIGNTY OF OROMIYAA IS INVIOLABLE
  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes