QAJEELTUUN GAGA’AMTOOTA YAKKA WARANA FIXAQACCEEF
Barana, Irreecha kan ulfeeffannu too’anna cimaa diinaa jalatii fi yeroo ummati keenya jeejee fi waraanaan gidiraa argaa jiruttii. Yoomallee gadda guddaa keessa waan jirruuf akka duriitti bashannanan kabajuu baannus, jireenyi itt fufuun qabsaawuu qabna. Kanaaf galatii Uumaa akka hin hafne… Continue Reading