Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: May 2022

Yaadannoo Gootichaa J/Galaasaa Dilboo

Posted on May 24, 2022 by bgutema

(Walga’ii Zoom Caamsaa 21, 2022 irratt kan dhihaate) Hardha kan waliitt dhufneef hoggana qabsoo walabummaa Oromoo guddaa tokko,Galaasaa Dilboo Goljaa yk Yohanis Bantii Dilboo yaadachuufii. Galaasaan miseensa dhalootasochiin walabummaa Oromoo hunda haammataa ta’e, yeroo bu’uurfamee kaasee akkadabballee fi hogganatti nama… Continue Reading →

Yaada/Opinion

BILISUMMAA AMANTEE IRRATT 

Posted on May 13, 2022 by bgutema

Oromoo hundi Waaqefataa turanii. Sirni Gadaa saanii jireenya ayyaanawaa fi kan biyya lafaa addatt ilaalaa. Garuu karaa amantee dudhaa irraa cehuun nammi hin reebamu ture. Haaloo bahachuun karaa sanaa Waaqatt dhiifama. Waliigalatt hawaasa qaroome keessatt, akka seexaan ofii nama abboomutt… Continue Reading →

Yaada/Opinion

ON FREEDOM OF RELIGION 

Posted on May 13, 2022 by bgutema

All Oromo were Waaqeffataa. Their Gadaa system separates spiritual and temporal living. There were no persecutions for deviations from religious tradition. Retaliation in that aspect was left to Waaq.  In general, among civilized society, to have freedom of belief or… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes