Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: April 2022

EMPAYERA ITOPHIYAA EENYUTU BULCHAA JIRAA?

Posted on April 28, 2022 by bgutema

Empayericha eenyutu bulchaa jira yoo jennu, diina Oromiyaa addaan baafachuufii. Diinni Oromiyaa kan isa bulchuu, tumsitoota saa fi jaleewwan saatii. Emapaayera kan bulchu yoo jennu, qaama suduudaan mullatu malee, alaa kan imaammata saa irratt dhiibbaa qaban jechuu mitii. Ijaaramaa ka’ee… Continue Reading →

Yaada/Opinion

WHO IS GOVERNING ETHIOPIAN EMPIRE?

Posted on April 28, 2022 by bgutema

When we ask, who is governing empire Ethiopia it is to differentiate Oromiyaa’s enemies. Oromiyaa’s enemies are those that govern the empire, their allies and their lackies. When we say one who governs Ethiopia, we mean the body that directly… Continue Reading →

Yaada/Opinion

GAAFFII OROMOO KEESSA DEEBINEE ILAALUU

Posted on April 15, 2022 by bgutema

Guyyaa gootota kanatt 15/22 gaaffolii ka’an irraa waan isaan du’aniif keessa deebi’anii sakatta’uun akka. Gaaffi saaniitt utuu hin galin Oromoon eenyu akka ta’an haa hubannu. Oromoon saba. Sabi, hawaasa ummataa hundee tokko dhahatu, walitt maxxanaa, seenaa, afaan, aadaa fi biyya… Continue Reading →

Yaada/Opinion

REVISITING THE OROMOO QUESTION

Posted on April 15, 2022 by bgutema

On this Hero/Heroine Day 15/22 it is proper to reexamine from questions raised what they died for. Before going into their question let as examine who are the Oromo? Oromo is a nation. A nation is community of people claiming… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes