ABO DANDAMATE MALEE OROMOON FALA HIN QABU
Gididira Oromo guyyuu barreessuun kan hin tuqamin tokko tokko ni nuffisiisa ta’a. Garuu sabboonoti Oromoo fi demokratoti nagaa jaallatan hanga gidiraan sun badutt hooduu sana himuu dhaabuu hin qabanii. Sobi hedduun Oromo qabsoo saanii irraa dagachiisuu fi addunyaan akka hin… Continue Reading