Gara Empayera waan haaraatt jijjiiruu
Hammam jabaa fi kan hin dabsatamne haa fakkaatan malee mootummooti abbaa hirree yeroon yoo gahu akka waan miilla suphee irra ijaajjanii yoo burkutaawan mullatuu. Bulchi tokkott haanee dhufu kan ummataan yaa’a kennataa bilisaa fi qajeelaan yoo hin muudamin tasa kufuun… Continue Reading