Oromoon jija hanga yoonaa galmeeffatan dafqaa fi dhiiga saaniin eeggachuu qabu!
Qubeen qabeenya sabaawaa Oromo fi boona saaniiti. Addatt dhuunfaa murna kamiiyyuu utuu hin tahin kan saba Oromooti. Las gahuuf lubbuu hedduutu itt baafame, nama hedduutu irratt qooda fudhate. Kanaaf Oromoo jiruu fi jireenya adda addaa qaban, mooraa walabaa fi hirkataa… Continue Reading