Ulfeeffannaa Ayyaana Waggaa Gootota Oromo (Yaadachiisuumaaf)
Akka Oromoott Ayyaana yoo jennu furaa heddduu qabaachuu dandaha. As irratt guyyoota ji’i itt hiramuu fi guyyoota ulfeeffataman jechuuf dhimmi itt baana. Ummati yaadannoo fi simannaa adda addaaf ayyaanota ulfeeffatu qaba. Oromoon utuu ayyaana torbanitt naanna’uu fi ji’a guyyaa soddomaa… Continue Reading