Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: October 2015

0

Gubirmans.com Michuu saa Iyyaasuu Guutaaf Gadda irra Jira

Posted on October 29, 2015 by bgutema

Iyyaasuu Guutaa sabboona fi michuu of kenne Gubirmansii. Miira shaggaa, nama nagaa, hafee fi waan itt komatamu hin qabnetu dhibame. Iyyaasuun Bitootessa 18,1979 Finfinneetti Baayisaa Guutaa fi Martaa Xaafa irraa dhalate. Akkoo saa garaa dhaa jaallatutu kunuunsaa qananiin guddise. Daa’imummaatt… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

We and Them (Oromo and the Colonizer)

Posted on October 1, 2015 by bgutema

“You have no calf muscle how can you kick the ground boy? You have no cooperation how can you hurt others boy?” * Unbearable colonial abuse that included attempt to erase history, culture, language and tradition of the Oromo made… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Nuu fi Isaan (Oromoo fi Koloneeffataa)

Posted on October 1, 2015 by bgutema

Atoo Sarbaa hin qabduu sarbaa millaa hin qabduu maaliin lafa dhiittaa yaa abbee? Atoo gamtaa hin qabduu gamtaa dhiiraa hin qabduu maaliin nama miitaa ya aabbee?”* Roorroo koloneefataa hammaa bahaa kan yaaliin seenaa, aadaa, afaanii fi dudhaa Oromoo balleessuuf godhame… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes