Tooftaa hundi olhantummaa jabeessuufii
Torban dura Oromo hin hidhatin hiriira nagaa irra turan kumoota qawween gad ciraman keessaa kan du’an harka yaraa kan ta’an afurtaman tokko eegumsa ifsa dungoon yaadannoo Camsaa 22, 2014 “White House” fulduratt ta’e irratt maqaan saanii gabaasamee ture. Sun Oromiyaa… Continue Reading