Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: April 2014

0

Karoora Muummicha (Master Plan) Finfinnee

Posted on April 29, 2014 by bgutema

Finfinnee, lafa Oromoo, bakka  jalqaba jaarraa 20ffaa dinni mandheessaa itt ijarachuun buphaa buuqqataa gomgomaa yaase itt buufate, ammas wiirtuu waldhabdee ta’ee hafaa jira. Karooramee, dhiisee, aangoo qaamaan haa ta’u safuun, yoo humna saamamtoota ijaaramanii hin ta’in, kan akka fedha saanii… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Oromo Heroes and Heroines Day April 15, 2014

Posted on April 15, 2014 by bgutema

An Oromoo hero/heroine is one that effects change or dedicated one’s life to change Oromo life with his/her determination and sacrifice.  An Oromo hero/heroine is known for bravery, generousity and wisdom and never flinches in the face challenges and temptations.… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Guyyaa Goototaa Oromoo Ebla 15, 2014

Posted on April 15, 2014 by bgutema

Gooti Oromoo nama kutannoo fi wareegama saatiin jireenya saba Oromoo keessatt jijjiirama argamsiisu yk argamsiisuuf dabarsee of kenne. Gooti Oromoo didhaa fi sossobbiin karaa irraa kan hin ceesifne, jagnummaa, gamnummaa fi arjummaan beekamu.  Gooti Oromoo, jaalbiyyaa dantaa dhuunfaa kaasaa sabawaaf… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Finfinnee (Addis Ababa) Master Plan

Posted on April 5, 2014 by bgutema

Finfinnee, an Oromo land that the enemy at beginning of 20th century built its nest and laid its eggs that produced voracious larvae, still remains the center of controversy. Planned or unplanned there is no physical or moral force that… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes