0

Cuuraa Manguddootaaf

Ebla 2013  play audio Handhurtuu nuu waama ciniinfataa jirti waa malee hinfoolattuu Maal gadfiduuf laata toolaa hin fakkaatuu maaf ofirraa hin baaaftu Ililil yaa abbaa Muudaa lubbuudhaan dhalatee maqaa moggafatee “B”n itt moofofnaan ammayyaa ta’uudhaaf  “D” bakka buufate Hammachiisaan maalii… Continue Reading