Laallibati maal eeggata?
Kurnan tokkoo ol booda murnooti ABO lama ABOn gumaatt caccabee ture walitt fayyuu eegaluu ambaa iyya’an. Sun tarkaanfii akkaa, kan funaansa soba hunda qaanesse. Dhinee hojii humna guutuun eegaluun yeroo hanga tokko ni fudhata ta’a. Kanaaf hamma tarkaanfi qabsoo bilchaataa… Continue Reading