Sooressa qabsoo yoomuu hin irraanfatame
Sooressa qabsoo yoomuu hin irraanfatame Ummati Oromoo gidiraa waggaa dhibbaa ol itt fe’ame jalaa akka bahu sochiin bilisummaa jaatamootaa kaasee tolfame hin irraanfatamu. Keessaayyuu yeroo jalqabaaf ummatichi tokkummaan dhaaba malbulchaa ABO jehamu ummatee qabsoo boonsaa gochaa jiraachuun saa addatt yaadatama.… Continue Reading