Jabaatus Laaffatus ABOn Tokkicha
Addi Bilisummaa Oromo (ABO) akka yaadaatt baayyee jabaa wan ta’eef meeqa itt duulamu, meeqa busheeffamu, bakka meeqatt caccabsuu yaalamus garaa Oromoo keessaa baduu hin dandeenye, muuxataa bulas. Akka shaakalatt garuu hoggansi saa cimina jaarmicha irra eegamu hin agarsiifne Giidoo barbaachisu… Continue Reading