Demokrasota Oromoo fi Greekii irratt bu’uurfaman
Barruun kun kanneen akkatt demokrasiin hawaasa ilmaan namaa keessatt misaa dufe baruufi carraa hin arganneef. Demookraasiin akaakuu mootummootaa keessa tokkicha fedha ummatoota irratt hundawe jedhama. Mootummooti akaakuu bira akka, “monarchy yk aristocracy, dictatorship yk autocracy fi totalitarian” jedhamanis jiru. Tokkoo… Continue Reading