Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: November 2008

0

The misunderstood American Democracy

Posted on November 30, 2008 by bgutema

As Oromo refugee I have enjoyed American hospitality and a life free from fear and threat for many years. My dream has always been the independence of my country Oromiyaa and peace and stability for its neighbors. November 4, 2008… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Demokrasii America hin hubatamin hafe

Posted on November 30, 2008 by bgutema

Akka badii Oromoott keessummummaa Amerikaan basha’ee sodaa fi doorsisa malee waggaa dheeraan jiraadhe. Abjuun kiyya yeroo hundaa ofiin bulummaa biyya tiyyaa, Oromiyaa fi nagaa fi tasgabii olloota seeti. Sadaasi 8, 2008 abdii koo kana caalaatt jabeesse. Seenaa addunyaa Ammayyaa keessatt… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The Hague Meeting Oct 2008 Continuation of trial to surrender

Posted on November 25, 2008 by bgutema

Oromo struggle is getting bitter from the length of time it is taking. Some veterans have retired without making much noise. Some are making efforts to phase out the OLF and give it a different direction quitting the original path.… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Walgahii Hague Onko 2008 Itt fufaa yaalii harka kennachiisaa

Posted on November 25, 2008 by bgutema

Qabsoon Oromoo yeroon dheerataa deemuun kan kahe hadhaawaa tahaa jira. Duulaagalooti tokkoo tokkoo oso hin wacin ol deebi’aniiru. Kaan kaan ABO karaa ganama lakkisiisanii raawwachiisuuf kallattii addaarra buusuuf carraaqaa jiru. Maalifaan ABOn akka uumamu godhe daba gadadoo jaarraa tokkoo oliif… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes