Ayyaana Haadholii Carraa keenyas Yaadachu
Gidduu kana namooti Ameerikaa haadholiif yoo kennaa bitan, kardii erganii fi dubarti karaa dabarte hundaan “Happy Mothers’ Day” jedhan muldhatu. Guyyaa haadholiin kennaa saanii banuu fi akka itt tolett ayyaaneffachuuf dharraan eegatani. Guyyichi Eebla 11 oola. Jala bultiin saa garuu… Continue Reading