0

Baranas moo?

Barri tokkoo darbee kan biraan bakka yoo bu’u kan rakkate waan haaraa fidee naaf dhufinnaa jedhee abdii fi dharraan eeggata. Yoo kantarri hin jiraane sana abdachuun akkuma. Dhummi Adoolessaa bara hedduu ka’ee yeroo itt Oromoo Badiin Jilaaf godaanu tahee beekama.… Continue Reading