0

Dhibama Malas

Seenaan ofirra naannofti jedhu. Du’i Minilik  waggaa torba duuba (1906) labsamuutu himama. Waggootii sana hunda gurguddoon Shawaa golgaa duubatt eenyuun buusuu fi eenyuun baasuu akka qaban wal sukkumaa turuutu himama. Akkasitt Iyyaasuu, Zawudiituu fi Tafarii qora caalaaf fulduratt fidani. Si’anaas… Continue Reading

0

Oromummaa fi Dhaabota Bilisummaa

Waa’een Oromummaa, humna tochoosaa sochii bilisummaa ta’ee, beekotaa fi barreessootaan hedduun jedhameera. Oromummaan mullisa mararfannaa jaalbiyyuummaa  bilisummaa, nagaa fi walabummaa Oromiyaati. Innis jaalala biyyaa, ummataa, seenaa waloo surra qabeessa, aadaa, dudhaa, hoodaa, afaanii fi akaakilee tokkicha, qabaachuu irratt hundaawa. Sunis… Continue Reading