Dhaabbii Keenyaa fi Kan Isaanii
Dur dur bara barreessaan kun yero ijoollee ture namooti “Polotiikaa” (malbulcha) akka soba jechuutt ilaalu turan. Ilmoo namaa nagaan ni shakala hin se’amu. Kan baratan sana furaa gowwaatt ilaaluun ogummaa bulchaa godhanii dhiheessu. Gadaa kanatt yoo ilaallu furaan jara “gowwaa”… Continue Reading