KAN DARBE UTUU DHALANDHALLUU AKKA HIN DAGAMNE
Oromummaan ilaalcha muuxataa jiraatu, gogaa dullacha luqqifatee isa haaraa jabeeffataa deemu. Warraaqaa waan taheef bakka tokkott kantaree kan hafu miti. Kana qabsoo qabsaawoti Oromoo hanaga yoonaa gaggeessan irraa hubachuun ni dandahama. Sochiin bilisummaa jaatamoota keessa eegale haaromee si’aayina caalaan itt… Continue Reading