Baddallee Abbaa Waggaa
Seenaa irratt qabattee gabaabduu Duulli Oromoo jaarraa 16faa keessa Laga Gibee fi Baaroo gidduu qubate Odaa xixinnoo fi bulcha sirna Gadaa irraa maqe dhaabbachuutti ka’e. Keessaammo kanneen dhiddheessa gamanatt hafan sirna mooti irratt hundaawe ijaarratan. Dhugeeffannoos kan dudhaan adda tahe guddifatan.… Continue Reading