Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: April 2013

0

Sooressa qabsoo yoomuu hin irraanfatame

Posted on April 30, 2013 by bgutema

Sooressa qabsoo yoomuu hin irraanfatame Ummati Oromoo gidiraa waggaa dhibbaa ol itt fe’ame jalaa akka bahu sochiin bilisummaa jaatamootaa kaasee tolfame hin irraanfatamu. Keessaayyuu yeroo jalqabaaf ummatichi tokkummaan dhaaba malbulchaa ABO jehamu ummatee qabsoo boonsaa gochaa jiraachuun saa addatt yaadatama.… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Iyya’a Dargaggoo Oromiyaaf

Posted on April 29, 2013 by bgutema

Oromiyaan biyya abbooliin Oromoo yeroo hin yaadatamne kasee diina irra ittisaa, tokkummaa saanii cimfataa, seeraa ilmaan nama hunda walqixxummaan ilaaluun of bulchaa turan. Diinota saanii yeroo hedduu dabsataniiru, yeroon jalati kufanis ture. Duulli jaarraa kudha shanii kaasee godhame haala facaa… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes