Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: May 2010

0

ABOn diina ofitti damaqsaa jira

Posted on May 30, 2010 by bgutema

Yero ABOn waa falachuu jalqabu farri sochii saa akka alaa itti aggaamamu muxannoon hubatameera. Gocha Oromoo hobbaatii tolaa fidu hunda hankaaksuuf faallaan sochii hammi dandahamu hundi gad dhiifama. Dheheenya waa’een murnooti ABO dhaaba saanii dhinsuu fi jabeesuuf waliti dhufuu hedduu… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Gamtaan Sabboonota Injifannoo Shafisiisa

Posted on May 30, 2010 by bgutema

Haalli gaanfa Afrikaa keessa jiru, ummata naagatt caalaa hadhaawaa fi  bilisummaa sabootaa fi abba tokkeett roorroon hammaata deemaa jira. Sun ta’eellee sabboonoti Oromoo muuxannoo qabsoon qayyabannoo walfakii hin uummannee. Murna adda addaatt qoodamanii hoomaa oofeett dabalamuuf yk kaan caalaa jiga… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes